Dhimma ijoo ta'etti seeni

BITOOTESSA 11, 2021
RAASHIYAA

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleettiin Teenya Anastaasiyaa Sicheevaan Dhiheessite Fudhachuu Dide

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleettiin Teenya Anastaasiyaa Sicheevaan Dhiheessite Fudhachuu Dide

Bitootessa 11, 2021 Manni Murtii Naannoo Jewiish Awutoonomas ol iyyannoo obboleettiin teenya Anastaasiyaa Sicheevaan dhiheessite fudhachuu dideera. Hidhaan waggaa lamaa ishiitti murteeffamee ture amma hojii irra ni oola. Taʼus, yeroo ammaatti mana hidhaa galuun ishii hin barbaachisu.