Dhimma ijoo ta'etti seeni

BITOOTESSA 2, 2021
RAASHIYAA

Marni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleessa Ruuslaan Aliyeev Utuu Hin Fudhatiin Hafe

Marni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleessa Ruuslaan Aliyeev Utuu Hin Fudhatiin Hafe

Bitootessa 1,2021 Manni Murtii Naannoo Rostoov ol iyyannoo Obboleessa Ruuslaan Aliyeev fudhachuu waan dideef hidhaan waggaa lamaaf walakka itti murtaaye ture akkamu jirutti itti fufa. Taʼus yeroo ammaatti mana hidhaa galuun isa hin barbaachisu.