Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleessa keenya Aleeksaandar Sereyodkiinii fi haadha manaa isaa Siveetlaanaa

ADOOLESSA 28, 2022
RAASHIYAA

Michoota Amanamoo Taʼan Irraa Deggersa Argateera

Michoota Amanamoo Taʼan Irraa Deggersa Argateera

Manni Murtii Koonyaa Okitiyaabirskii inni Noovoosiibiiriski dhiheenyatti dhimma obboleessa keenya Aleeksaandar Sereyodkiin wajjin wal qabate irratti murtoo dabarsa. Abbaan alangaa murtoo akka isa irratti murtaaʼu barbaadu ilaalchisee hanga ammaatti homaa hin dubbanne.

Chaartii Yeroo

  1. Ebla 19, 2019

    Himanni yakkaa isa irratti baname

  2. Ebla 21, 2019

    Manaa akka hin baane dhorkame

  3. Caamsaa 8, 2019

    Maqaan isaa galmee namoonni shororkeessitoota taʼan irratti galmeeffamanitti dabalame

  4. Bitootessa 2, 2022

    Himanni yakkaa isa irratti baname qoratamuu jalqabe

Ibsa Gabaabaa

Obboloonnii fi obboleettonni keenya Yihowaan akka jajamuuf, “wal jajjabeessuu fi wal ijaaruu” isaanii itti fufuun isaanii baayʼee nu gammachiisa.—1 Tasalonqee 5:11.