Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleessa keenya Antoon Kokooviin

SADAASA 27, 2023 | ODUU HAAREFFAME: Fulbaana 24, 2024
RAASHIYAA

ODUU HAAREFFAME—ADABNI MAALLAQAA IRRATTI MURTAAʼE| “Yihowaan Karaa Hunda Irra Caaluun Na Gargaara

ODUU HAAREFFAME—ADABNI MAALLAQAA IRRATTI MURTAAʼE| “Yihowaan Karaa Hunda Irra Caaluun Na Gargaara

Fulbaana 23, 2024, Manni Murtii Godina Zerzyiiniskii Yaaroosilaavel obboleessa keenya Antoon Kokooviin irratti yakkamaa akka ta‵e yaaduudhaan Ruubelii 75,000(Doolara Amerikaa 806) akka kaffalu itti murteesseera

Ibsa Gabaabaa

Nutis Yihowaan amantii fi jabaatanii dhaabbachuu namoota olaantummaa isaa deggeruu filatan hundaa guddaa akka eebbisu amanannaa guutuu qabna.—Ibroota 11:6.

Chaartii Yeroo

  1. Caamsaa 18, 2022

    Himanni yakkaa isa irratti baname

  2. Caamsaa 19, 2022

    Manni isaa ni sakattaʼame. Qorannaan isa irratti geggeeffame

  3. Waxabajjii 6, 2022

    Sochii jaarmiyaa finxaalessaa irratti hirmaatteera jedhamee yakkaan himatame; akka hin imalles dhorkame

  4. Caamsaa 29, 2023

    Himanni isaa mana murtiitti ilaalamuu jalqabe