Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleessa Vaadiim Fedoroov

BITOOTESSA 22, 2023| KAN HAAREFFAME: EBLA 28, 2023
RAASHIYAA

ODUU HAAREFFAME—OBBOLEESSA TOKKOTTI MURTAAʼE | “Wanta Yihowaan Na Gaafatu Kamiyyuu Gochuuf Kutadheera”

ODUU HAAREFFAME—OBBOLEESSA TOKKOTTI MURTAAʼE | “Wanta Yihowaan Na Gaafatu Kamiyyuu Gochuuf Kutadheera”

Ebla 28, 2023​tti, Manni Murtii Godina Cheliyaabiiniski inni Magaalaa Ashiinskii Obboleessa Keenya Vaadiim Fedoroov irratti hidhaa daangaa waggaa jaʼaa murteesseera. Yeroo ammaatti mana hidhaa galuun isa hin barbaachisu.

Ibsa Gabaabaa

Akkuma Vaadiim, Yihowaan warra isa abdatan akkasumas ‘daandii isaa hordofuu’ isaanii itti fufan akka eebbisuu fi jajjabeessu ni amanna.—Faarfannaa 37:34.

Chaartii Yeroo

  1. Waxabajjii 11, 2021

    Humnoonni nageenyaa mana Vaadiimii fi mana ilmasaa Andiree weeraran

  2. Ebla 29, 2022

    Vaadiim yakkaan himatame

  3. Muddee 1, 2022

    Himanni yakkaa ilaalamuu jalqabe