Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleettii keenya Vaalentiinaa Saamuus

ADOOLESSA 26, 2023 | ODUU HAAREFFAME: ADOOLESSA 20, 2023
RAASHIYAA

ODUU HAAREFFAME—YAKKAMTUU AKKA TAATETTI ITTI MURTAAʼE | ‘Yihowaan Yoomiyyuu Na Cinaa Jira’

ODUU HAAREFFAME—YAKKAMTUU AKKA TAATETTI ITTI MURTAAʼE | ‘Yihowaan Yoomiyyuu Na Cinaa Jira’

Muddee 19, 2023, Manni Murtii Godinaa Dimitrooviskii Kostiroomaa Obboleettiin keenya Vaalentiinaa Saamuus yakkamtuu akka taatee fi waggaa jaʼaaf dhorkaa tokko tokko jala akka turtu itti murteesseera. Yeruma sana dhorkaa tokko tokko jala akka galtu hin gaafatamne.

Ibsa Gabaabaa

‘Akka Waaqa keenyaa qarsaan akka hin jirre’ amanamuudhaan, rakkina nu irra gaʼu hundumaa irratti Yihowaatti amanamuu akka dandeenyu beekuun keenya baayʼee nu jajjabeessa.”—1 Saamuʼel 2:2.

Chaartii Yeroo

  1. Guraandhala 17, 2022

    Himanni yakkaa ishii irratti dhihaate

  2. Bitootessa 15, 2022

    Manni ishii ni sakattaʼame

  3. Muddee 15, 2022

    Himanni yakkaa ishii irratti dhihaatee imala akka hin goone qoqqobbii ishii irra kaaʼame

  4. Bitootessa 24, 2023

    Himanni yakkaa ishii irratti dhihaate ilaalamu eegale