Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleessa Aandiree Daaniʼelaanii fi haadha manaa isaa Niinaa

SADAASA 9, 2022
RAASHIYAA

Obboleessi Aandiree Daaniʼelaan Hidhaan Waggaa Jaʼaa Itti Murteeffame

Obboleessi Aandiree Daaniʼelaan Hidhaan Waggaa Jaʼaa Itti Murteeffame

Sadaasa 7,2022​tti Manni Murtii magaalaa Rubsooviski inni Naannoo Altaayitti argamu Aandiree Daaniʼelaanitti hidhaa waggaa jaʼaa murteesse. Yeruma sanas gara mana hidhaatti geeffameera.

Chaartii Yeroo

  1. Caamsaa 25,2021

    Himanni kan isa irratti dhihaate bilbilli isaa dhoksaadhaan akka dhaggeeffatamu erga godhamee fi namni tokko akka isa hordofu erga taasifamee boodadha.

  2. Caamsaa 26, 2021

    Manni isaanii ni sakkattaʼame. Andiree fi haati manaa isaa erga qoratamanii boodammoo Andireen bakka jiruu akka hin deemne dhorkame.

  3. Adoolessa 13, 2022

    Himanni isarratti dhihaate jaarmiyaa finxaalessaa taʼee gurmeessaa jirta jedhameeti.

  4. Fulbaana 5, 2022

    Himanni yakkaa ni baname

  5. Sadaasa 7, 2022

    Hidhaan waggaa jaʼaa itti murteeffame

Ibsa Gabaabaa

‘Jireenya isa dhufuuf’ jiru yeroo eeggannutti fakkeenya gaarii Aandireenii fi obboloonni kaan nuuf kaaʼan hordofuudhaan amantii Waaqayyorratti qabnu guddifachuuf kutanneerra.—1 Ximotewos 4:8

a Yaanni Obboleessa Aandiree Daaniʼelaan kan fudhatame Hidhamuu isaa duradha.