Dhimma ijoo ta'etti seeni

Obboleessa Aleeksi Miireetsikii gadhiifame yeroo muraasa booda haadha manaa isaa Yuuliyaa wajjin. Gara waggaa lamaaf hidhameera

HAGAYYA 4, 2021
RAASHIYAA

Obboleessi Aleeksi Miireetsikiin Mana Hidhaa Raashiyaatii Gadhiifame

Obboleessi Aleeksi Miireetsikiin Mana Hidhaa Raashiyaatii Gadhiifame

Obboleessi Aleeksi Miireetsikiin hidhaa isatti murtaaʼe xumuree Hagayya 3, 2021 gadhiifameera. Obboleessi Miireetsikiin obboloota Saaraatoov shan mana hidhaa Oreenbargi yommuu gaʼanitti reebaman keessaa tokko yoo taʼu, mana hidhaatti kan hafe isa qofa ture.