Dhimma ijoo ta'etti seeni

Bitaa gara mirgaatti: Obboleessi Vadiim Leevchakii fi Sargee Biriitveeni mana hidhaa keessaa erga baʼanii booda

MUDDEE 30, 2021
RAASHIYAA

Obboleessi Sargee Biriitveenii fi Vadiim Leevchak Mana Hidhaa Raashiyaa Keessaa Baʼan

Obboleessi Sargee Biriitveenii fi Vadiim Leevchak Mana Hidhaa Raashiyaa Keessaa Baʼan

Muddee 30, 2021​tti obboleessi Sargee Biriitveenii fi Vadiim Leevchak mana hidhaatii baʼan. Sargee fi Vadiimiin yeroo mana hidhaatii baʼanitti maatii fi michoonni isaanii miira hoʼaatiin isaan simataniiru. Walumaa galatti tokkoon tokkoon isaanii waggaa sadii fi jiʼa shan hidhamaniiru.