Dhimma ijoo ta'etti seeni

CAAMSAA 14, 2021
RAASHIYAA

Ol Iyyannoon Obboleessi Keenya Vilaadimiir Filiippoov Dhiheesse Fudhatama Dhabe

Ol Iyyannoon Obboleessi Keenya Vilaadimiir Filiippoov Dhiheesse Fudhatama Dhabe

Caamsaa 14, 2021 Manni Murtii Naannoo Piriimoree ol iyyannoo obboleessi keenya Vilaadimiir Filiippoov dhiheesse fudhachuu dideera. Hidhaan daangaa waggaa jaʼaa kanaan dura isatti murteeffamee ture amma hojii irra ni oola. Yeroo ammaatti garuu mana hidhaa galuun isa hin barbaachisu.