BITOOTESSA 22, 2019
RAASHIYAA
GABAASA ADDAA: Ariʼatamni Deggersa Mootummaa Qabuu fi Dhugaa Baatota Yihowaa Irra Gaʼaa Ture Itti Fufe
Gabaasni kun Dhugaa Baatota Yihowaa Raashiyaatti argaman wajjin haala wal qabateen himata, hidhaa, qabeenyi isaanii saamamuu fi poolisiin mana isaanii cabsee seenuu isaa ilaalchisee odeeffannoo dhiheenyatti baʼe kan qabate dha.