EBLA 2, 2020
TAAJIKISTAAN
Obboleessi Keenya Joovidoon Bobojoonoov Taajikstaan Keessatti Waggaan Lama Itti Murteeffame
Ebla 2, 2020tti manni murtii raayyaa waraanaa magaalaa guddittii Dushaanbee keessatti argamu, sababa inni sammuun isaa waan isaaf hin heyyamneef waraana irratti hirmaachuu dideef obboleessa keenya Joovidoon Bobojoonoovitti hidhaa waggaa lamaa murteesseera. Murtii kana ilaalchisee ol iyyannoo ni dhiheeffata