Dhimma ijoo ta'etti seeni

CAAMSAA 8, 2021
TURKIMEENISTAAN

Turkimenistaan Manneen Hidhaa Gara Garaa Keessaa Obboloota 16 Gadhiiste

Turkimenistaan Manneen Hidhaa Gara Garaa Keessaa Obboloota 16 Gadhiiste

Caamsaa 8, 2021, Turkimenistaan obboloota keenya jaallatamoo sababa amantii isaaniitiin loltuu taʼuu waan didaniif hidhaman 16 hunda gadhiisteetti. Obboloota amanamoo kanaa fi maatii isaanii waliin ni gammdna.