Wanta Haaraa

2024-11-19

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yaadawwan Q⁠o⁠ʼannaadhaaf T⁠a⁠ʼan​​—⁠Yeroo Dhiibbaan Sirra G⁠a⁠ʼu Ija Jabina Argisiisi

Ija jabina Ermiyaasii fi Ebeedmeleek argisiisanirraa maal baranna?

2024-11-19

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Gaaffii Salphaa B⁠u⁠ʼaa Gaarii Argamsiisu

Atis akkuma Meerii gaaffii salphaa tokko gaafachuudhaan namoota hedduu q⁠o⁠ʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuu dandeessa.

2024-11-19

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Michuu Dhugaa T⁠a⁠ʼuun kan Dand⁠a⁠ʼamu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun yeroo dhiphinaatti michuu dhugaa qabaachuun faayidaa guddaa akka qabu dubbata.

2024-11-19

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Ofittummaa Addunyaa Keessatti Baba⁠⁠l⁠ʼaterraa Of Eegi

Namoonni hedduun mirgii fi kunuunsi addaa akka isaaniif malu isaanitti dhag⁠a⁠ʼama. Qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ilaalcha akkasiirraa fagaachuuf nu gargaaran muraasa ilaali.

2024-11-19

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

“Matumaa Kophaa Koo hin Turre”

Anjeelitoo Baalb⁠o⁠ʼaan yeroo rakkoowwan ciccimoon isa mudatanittillee Yihowaan yeroo hundumaa isa wajjin akka jiru kan amanu maaliif akka t⁠a⁠ʼe dubbisi.

2024-11-19

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Guraandhala 2025

Maxxansi kun mata dureewwan Ebla 14–​Caamsaa 4, 2025​tti q⁠o⁠ʼataman qabateera.

2024-11-13

ODUU HAARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 7

Gabaasa kanarratti, waaʼee obboloota keenya addunyaa maratti argamanii ni dhageenya; akkasumas gaafannoon nama jajjabeessuu fi miseensota Qaama Olaanaa haaraa kan taʼan Joodii Jideelii fi Jeekoob Raamfiif godhame ni dhihaata.

2024-11-11

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA

Bitootessa–Ebla 2025

2024-11-04

DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU

Bineeldonni Gara Samii ni Dhaquu?

Kitaabni Qulqulluun beelladni ykn sareen samiirra jiraatu akka jiru hin dubbatu; kanaafis sababii quubsaan jira.

2024-10-28

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Rakkinni Dinagdee Jiraatus Yihowaa Tajaajiluu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Filippiinsi keessa jiraatan bara 1970mmanii fi bara 1980mmaniitti rakkinni dinagdee cimaan isaan mudatee ture. Yeroo haalli rakkisaan nu mudatutti, fakkeenyi isaanii akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu hubadhaa.

2024-10-24

GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN

Dhugaa Baatonni Yihowaa Hojii Lallabaa Isaaniitiif kan Leenjifaman Akkamitti?

Lallabuu fi barsiisuu kan barannu akkamitti?

2024-10-24

FAARFANNAAWWAN ADDAA

Jireenya Dhugaa

Abdii gara fuulduraa irratti xiinxaluun jabina haalawwan rakkisoo dandamachuuf nu gargaaru argachuuf nu dandeessisa.