Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 120

Akka Kiristoositti Garraamota Taʼaa

Akka Kiristoositti Garraamota Taʼaa

(Maatewos 11:28-30)

  1. 1. Yesuus nama hunda ni caala ture

    Taʼus hawwiin isaʼn moone, hin koorre.

    Kaayyoo Abbaa isaa ni raawwachiisa,

    Garuu yeroo hunda gad of deebisa.

  2. 2. Affeereera warra dhiphatan mara,

    Baʼaa itti ulfaate ni gargaara.

    Kan Mootummicha dursan boqochiisa.

    Garraamiitti gaarummaa argisiisa.

  3. 3. Gooftaan jedhe: ‘Hundi keessan obbolaa.’

    Gad of qabnee geggeessaa keenyaaf bulla.

    Waaqni iddoo guddaa kenna garraamiif

    Waadaa gale lafa isaan dhaalchisuuf.