Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 123

Seera Tiʼookraasiitiif Bitamuu

Seera Tiʼookraasiitiif Bitamuu

(1 Qorontos 14:33)

  1. 1. Waaʼee Mootummichaa sabni Yihowaa

    Addunyaa maratti waan lallabaniif,

    Seera tiʼookraasiif bitamuu qabu;

    Amanamoo taʼuu fi tokkummaadhaaf.

    (BUUSAA)

    Amanamummaan Waaqaaf bitamuu

    Akka qabnu beekna.

    Inni nu eega, jaalalas qaba.

    Isaaf ni amanamna.

  2. 2. Waaqni nuu kenne bulchaaf hafuurasaa.

    Kanaan yeroo hundumaa nu geggeessa.

    Waaqa gammachiisna, cimnee dhaabbanna.

    Amanamummaadhaan labsiisaa himna.

    (BUUSAA)

    Amanamummaan Waaqaaf bitamuu

    Akka qabnu beekna.

    Inni nu eega, jaalalas qaba.

    Isaaf ni amanamna.

(Dabalataan, Luq. 12:42; Ibr. 13:7, 17 ilaali.)