Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 143

Hojjechuu fi Eeggachuu Keessan Itti Fufaa

Hojjechuu fi Eeggachuu Keessan Itti Fufaa

(Roomaa 8:20-25)

  1. 1. Waaqni Yihowaa jedhamu,

    Waaqa yeroo fi baraa ti.

    Olaantummaa qabaachuusaa

    Mirkaneessa dhihootti.

    (BUUSAA)

    Hojjechuu, eeggachuus itti fufaa,

    Jireenyi Waaqni nuu yaade,

    Gammadaa ʼnuma dhufa.

  2. 2. Guyyichi murteeffameera;

    Yesuus lolaaf qophaaʼeera,

    Goraadeensaa mormitoota

    Hunda ni injifata.

    (BUUSAA)

    Hojjechuu, eeggachuus itti fufaa,

    Jireenyi Waaqni nuu yaade,

    Gammadaa ʼnuma dhufa.

  3. 3. Uumamni aadaa jiraata,

    Nu amantiidhaan eegganna.

    Guyyaan Yihowaa dhihoo dha,

    Yeroos bilisa baana.

    (BUUSAA)

    Hojjechuu, eeggachuus itti fufaa,

    Jireenyi Waaqni nuu yaade,

    Gammadaa ʼnuma dhufa.

(Dabalataan, Mat. 25:13; Luq. 12:36 ilaali.)