Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 144

Badhaasicha Irratti Xiyyeeffadhu!

Badhaasicha Irratti Xiyyeeffadhu!

(2 Qorontos 4:18)

  1. 1. Qaroo dhabeeyyiin ijaan argu.

    Kan gurri duudes ni dhagaʼu.

    Bakka hundaa faarsu ijoolleen.

    Ni guuta gammachuuf nagaan.

    Warri duʼan kaʼanii dhaalu,

    Lafa cubbuuʼn qabneef qulqulluu.

    (BUUSAA)

    Hojii Waaqaa akka argitu,

    Abdichi sittʼ haa mulʼatu.

  2. 2. Waliin dheedu yeeyyii fi hoolaan.

    Amaaketa wajjin jabbiileen.

    Hunda mucaa xinnootu tiksa,

    Ni dhagaʼu sagaleesaa.

    Booʼuun hin jiru kana booda;

    Hin qabaannu dhibee fi sodaa.

    (BUUSAA)

    Hojii Waaqaa akka argitu,

    Abdichi sittʼ haa mulʼatu.

(Dabalataan, Isa. 11:6-9; 35:5-7; Yoh. 11:24 ilaali.)