Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 67

“Dubbicha Lallabi”

“Dubbicha Lallabi”

(2 Ximotewos 4:2)

  1. 1. Waaqayyo nu ajajeera;

    Itti gaafatama nuu kenneera.

    Waaʼee abdii keetii dubbachuuf

    Qophaaʼaa taʼi dhugaa baʼuudhaaf.

    (BUUSAA)

    Hundattʼ himi,

    Haa dhagaʼan namoonni!

    Lallabi,

    Baayʼee dhihaate dhumni.

    Lallabi,

    Garraamiin akka fayyu.

    Lallabi,

    Eessattiyyuu!

  2. 2. Ni dhufa yeroo rakkisaan;

    Gaʼuu dandaʼa mormiin salphisaan.

    Yeroo lallabuuf hin tolletti,

    Ni amanamna Waaqa guddaatti.

    (BUUSAA)

    Hundattʼ himi,

    Haa dhagaʼan namoonni!

    Lallabi,

    Baayʼee dhihaate dhumni.

    Lallabi,

    Garraamiin akka fayyu.

    Lallabi,

    Eessattiyyuu!

  3. 3. Yeroon mijaaʼaanis jira,

    Barsiisuudhaan namoota gargaarra.

    Daandii fayyinaa ni labsina,

    Maqaa Yihowaa qulqulleessina.

    (BUUSAA)

    Hundattʼ himi,

    Haa dhagaʼan namoonni!

    Lallabi,

    Baayʼee dhihaate dhumni.

    Lallabi,

    Garraamiin akka fayyu.

    Lallabi,

    Eessattiyyuu!