Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 2

Maqaan Kee Yihowaa Dha

Maqaan Kee Yihowaa Dha

(Faarfannaa 83:18,NW)

  1. 1. Jiraataa fi dhugaa,

    Waaqa uumama hundaa,

    Dhalootaa dhalootatti,

    Yihowaa dha ati.

    Saba kee waan taaneef,

    Gammanneerra ni boonna.

    Qomoof sanyii hundatti,

    Ulfina kee himna.

    (BUUSAA)

    Yihowaa, Yihowaa,

    Kan akka kee’n jiru.

    Samii keessas lafarrattis

    Si qofa dha Waaqni.

    Hunda dandaʼuu kee ati,

    Haa beekan namoonni.

    Yihowaa, Yihowaa,

    Nu si malee’n qabnu Waaqa.

  2. 2. Akka taanu goota,

    Wanta ati barbaadde;

    Haa raawwannuuf fedha kee.

    Yihowaa dha ati.

    Dhugaa Baatota koo

    Jettee maqaa nuu laatte.

    Saba maqaa keef taʼu

    Gootee nu filatte.

    (BUUSAA)

    Yihowaa, Yihowaa,

    Kan akka kee’n jiru.

    Samii keessas lafarrattis

    Si qofa dha Waaqni.

    Hunda dandaʼuu kee ati,

    Haa beekan namoonni.

    Yihowaa, Yihowaa,

    Nu si malee’n qabnu Waaqa.

(Dabalataan, 2 Sen. 6:14; Far. 72:19; Isa. 42:8 ilaali.)