Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 80

‘Gaarummaa Waaqayyoo Miʼeeffadhaa Ilaalaa’

‘Gaarummaa Waaqayyoo Miʼeeffadhaa Ilaalaa’

(Faarfannaa 34:8)

  1. 1. Waaqaaf hojjechuu jaallanna;

    Mirga lallabaa kabajna.

    Namoota hedduudhaaf lallabuudhaan,

    Waan caalu Waaqaaf kennina.

    (BUUSAA)

    ‘Gaarummaa Waaqaa miʼeeffadhaa

    ʼlaalaa’ jedha Dubbiinsaa;

    Waaqayyoof buluun buʼaa qaba;

    Ni raawwanna fedhasaa.

  2. 2. Tajaajiltoonnʼ yeroo guutuu,

    Eebba guddaa ni argatu.

    Waan barbaachisu Waaqni nuu kenna;

    Waan qabnutti ni gammanna.

    (BUUSAA)

    ‘Gaarummaa Waaqaa miʼeeffadhaa

    ʼlaalaa’ jedha Dubbiinsaa;

    Waaqayyoof buluun buʼaa qaba;

    Ni raawwanna fedhasaa.